Wednesday, December 2, 2020

Namoota yakka ajjeechaa Artist Hacaaluu Hundeessaa irratti shakkamanirratti ragaan dhagahamuu jalqabe

Namoota yakka ajjeechaa Artist Hacaaluu Hundeessaa irratti shakkamanirratti ragaan dhagahamuu jalqabe





Xilaahun Yaamii dabalatee namoota afur kanneen yakka ajjeechaa Artisti Haacaaluu Hundeessaatiin himatamanirratti ragaan abbaa alangaa kaleessa dhaga'amuu eegale.





Ragaalee dhiyaatan 12 keessaa kan sadiinsaanii kan dhaga'ame yoo ta'u, kan nama tokkoo walfakkaata jechuun abbaan alangaa otoo hindhageessisiin hafeera.





Dhaddachi olaanaan ramaddii Lidataa dhimmoota yakka heeraafi farra shororkaa ragaalee hafan dhaggeeffachuuf har'atti beellameera.





FBC

No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...