Tuesday, December 1, 2020

Mannneen Jeneraalotaa fi Qondaalota Waraanaa Dhiheenya Hidhamanii Keessaa Meeshaan Waraanaa Argame, Jedha Poolisiin Federaalaa - VOA

Mannneen Jeneraalotaa fi Qondaalota Waraanaa Dhiheenya Hidhamanii Keessaa Meeshaan Waraanaa Argame, Jedha Poolisiin Federaalaa





Yakka biyya ganuutiin shakkamanii to'annoo jala kan jiran Jeeneraloonni fi qondaaltotni waraanaa manneen isaanii sakatta’ame meeshaaleen waraanaa nama dhuunfaa harkatti argamuu hin qabne keessatti argame, jechuun Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.





Dubbi-himaan Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa obbo Jeeyilaan Abdii, meeshaalee qabaman dhuunfaan harkaatti qabachuun dhorkaa dha, jechuun ibsa kennan.





Qondaaltotni kunneen garee HIWAHAT waliin shra dalaguun haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Izii Kaabaa irratti akka raawwatamu taasisaniiru jechuun shakkamanii hidhamuun isaanii himameera.





https://www.voaafaanoromoo.com/embed/player/0/5682914.html?type=audio





https://www.voaafaanoromoo.com/a/5682917.html?fbclid=IwAR10LfA1rWTSwD8upyEIHNefrvt-6pg0TDWVqDdlJyna29NUu73USV5qZdU





Maddi: VOA Afaan Oromoo

No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...