Monday, November 30, 2020

Yeroon tajaajila gabaa Noottiiwwan moofaa Birrii Itoophiyaa geeddaramanii turanii xumurameera

Yeroon tajaajila gabaa Noottiiwwan moofaa Birrii Itoophiyaa geeddaramanii turanii xumurameera.





Akka yeroo Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa kenneetti yeroon tajaajila gabaa noottiiwwan moofaa boru (sadaasa 22) irraa eegalee kan xumuramu taha.





Yeroon jijjiirraa maallaqa moofaa kanaa garuu hanga mudde 6 , 2013tti kan itti fufu tahee baankiin biyyolessaa beeksisee ture.





No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...