TPLF Yeroo Lammaffaaf Baahir Daar Rukutte
Magaalaa guddittii naannoo Amaaraa irratti yeroo Lammataaf Rookkeetti dhukafamera jedhame.
Garee ABUT'n eda halkan saatii 7:40 irrattidha rookkeettin kun kan maagaalichatti darbatame jedhamera.
Ta'uus rookkeettin kun balaan geesisee akka hin jirre Miidiyaan mootummaa naannicha Amaaraa maas miidiyaa Ejeensiin gabaasera.
Torban darbe maagaaloota naannoo Amahaaraa lama(Gondorii fi Bahaar daar) akkasuma magaalaa Gudditti biyya Ertiriyaa Asmaraatti rookkeetti furguggisuu ABUT amanee ture.
Kan eda maagaalaa Bahaar daaritti darbatameera jedhame ilaalichisee garuu ABUT haga ammaatti yaada hin kennine
Credit: OBS
No comments:
Post a Comment