Saturday, November 28, 2020

Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbe

Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbe





Aanaa Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbeera.





Balichi tilmamaan sa'aatii 8:00tti ganda Weerarsoo Maalimaa iddoo addaa Ilamuu jedhamutti kan qaqqabe.





Balichi konkolaataa Ityoo baasii DabraTaaborii gara Finfinneetti imalaa ture konkolaataa deddebisa ummataa Finfinnee gara Alii Dooroo imalaa tureen walitti bu’uun qaqqabuu ragaan waajjira Dhimmota Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Sulultaarra arganne ni muul’dhisa.





No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...