Friday, November 20, 2020

Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen tarkaanfii Itiyoophiyaan garee Juntaa Naannoo Tigraay irratti fudhataa jirtu hojii olaantummaa seeraa kabachiisu akka ta’e Pireezdaanti Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaaf ibsa kennan.

Pireezidaanti Saahilawarqi Itiyoophiyaan Gamtaa Afriikaaf bakka guddaa akka qabdu ibsun haala yeroo ammaa kana Mootummaan Itiyoophiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuf tarkaanfii fudhataa jiru ilaalchisuun Pireezdaantii Afrikaa Kibbaa fi Dura Taa’aa Gamtaa Afriikaa Siiriil Raamaafoosaas ibsaniru.

Obbo Siiriil Raamaafoosaan ibsa kenname irratti hundaa’un haala yeroo Itiyoophiyaa keessa jiru akka hordofanis ibsaniiru.Hogganttoonni lamaan qaaman wal arguun hariiroo biyyoota lamaan karaa cimsuu danda’amuu fi dhugaa jirus hubachiisun danda’ameera jedha EBCn.

No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...