"Nuti diqaalaa miti. Damees miti. Oromoo Orjinaaliidha malee. Gaafa Taakkalaan raayyaan raayyuma jedhee Finfinneetti dubbate san baayyee gammanne. Waan bariitu Raayyaa dhufu nuti fakkaatee gammanne.
Oromoon nudagateera. Nuti garuu aadaa keenyaan buluu barbaanna. Sirna Gadaa keessatti qooda fudhachuu barbaana.
Manni barnootaa Afaan Oromoon nuuf haabanamu. Sabni Oromoo bal'aanis nudagachuu hin wabu. Nuti Oromoo Raayyaati."
Manguddoo Raayyaa OBN irratti kan dubbatan keessaa kan fudhatame. Wayyaaneen jiruu fi jireenya keenya balleesse jedhu.
Credit: Alsan Asaffaa Araarsoo
No comments:
Post a Comment