Obbo Lenco Lataa OBN Waliin turtii taasiisaniin kan dubbatan keessaa;
- Isa Kaleessa Nu ajjeessaa ture akka nurratti deebi'u Gonkuma hin barbaadnu, Sirni Duriis akka Nurratti deebi'u Gonkuma hin barbaadnu. kana Lachuu akka nurratti hin deebineef Garaagarummaa keenya moggatti dhiifnee Diina irratti Olaantummaa Seeraa kabachiisuu qabna.
- Jaalannuu Jibinnuu Mootummaa ammaa kana Oromoota Hooggana jedhee alagaan hundi amanaa jira, kanaaf Biyyi kun yoo amma kan diigamu ta'e Saba keenyaaf fafa.
- Amma Wanti nurraa eegamu Federaalizmii Sabdaneessaa Afaaniin jennu kana Lafa qabsiisuutu nurraa eeggama.
- Qaamota maqaa ABO'n qabsotti jirra jedhan kana Aangawwoonni ABO dhimma kana ilaalanii fala kaa'uu qaban.
Obbo Lenco Lataa OBN Waliin turtii taasiisaniin kan dubbatan keessaa;
No comments:
Post a Comment