Tuesday, May 24, 2016

SAFUU DHA!---- Caalaa


SAFUU DHA!

Dur qubee Afaan Oromoo dogoggoruun akka nama eenyumma isaa ganee fakkaata. Dhalootni si'anaa maal ta'e laata? Yeroon barnoota sad.1ffaa M/B Mataqomaatti barachaa ture faaruu "Qubee ya qooqa koo, kan bosonaa dhuftee, afaan alagaatiin kan dhiitamaa turtee, ABC jennee si barannee qubee ya qooqa koo ..." jechuun yeroo faarsaa turretti imimmaan ijoollummaa kootiin natti dhufaa ture yoomuu hin dagadhu. Har'a garuu, baradhees, guddadhee yeroon barreeffamoota fi xalayaalee hojii biiroolee gurguddoo Oromiyaa keessatti argamaniin barreefamu yeroon ilaalu gadda guddaatu natti dhaga'ama. Qubeessi Afaan Oromoo ta'ii tokko waraabnee kaa'uuf qubeessa afaan biraarra baay'ee filatamaa dha. Adaraa dhalootni barachaa jirtan Oromummaa afaanii qofa hin ta'iinaan jedha galatoomaa.
Asumaanis barsiisota koo sadarkaa 1ffaa na barsiisanii fi yoomuu onnee koo keessaa hin badne
1. Ayyalaa Dhugumaa
2. Warqeessaa Baqqalaa
3. Tolasaa Itichaaf galanni koo guddaa dha. Lafuma jirtanii toora fb kanaan hello naan jedhaa.





No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...