Tuesday, May 24, 2016

EEDIITAROOTA KILIIPPII SIRBOOTA AFAAN OROMOOTIIF:

EEDIITAROOTA KILIIPPII SIRBOOTA AFAAN OROMOOTIIF:

BAKKUMA JIRTANITTI
Hundumaa dursa sirboota aadaa Oromoo dhokatee turee fi ogeessa dhabee rakkachaa ture abbaa dhimmaa taatanii hojjechuu keessaniif galanni koo guddaa dha. Sanatti aansuun yaadan sin hubachiisuu barbaade tokkon qaba; innis Afaan Oromoo qubee tokko dogoggoruun arrabsoo hamaa illee fiduu waan danda'uuf akkuma dhimmitanii hojjettan qubee Afaan Oromoo sirreessitanii barreessuunis dirqama seenaa isinitti haa ta'u; {yoo seenicha hin barbaadne hojicha dhiisaa} malee {caption}n sirboota tokko tokkoo kan nama arrabsullee waan jiruuf waan uummanni jaalatu hojjedhaa! Dubbii jabduun dubbadhuuf na oofkalchaa jechaa...
Galatoomaa!


No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...