Maayikaadiratti namoonni dabalataa 74 ajjeeffamani argaman.
Magaalaa Maayikaadiratti baadiyyaa Abinnatiifi Seentiral jedhamanitti namoonni dabalataa 74 garee Juuntaa TPLFn ajjeeffamani argamaniiru.
Lammiileen 56 iddoo tokkootti ajjeefamani kan argaman yoo ta’uu, reeffiisaani bishaan boo’llaa keessatti argamuun mirkana’eera.
Murni gantuu TPLF gochaa gara jabuummaa erga raawwate booda yakkaa sanyii balleessuusaa hawaasa Idil-adduunyaa dhoksuuf reeffaa namoota magaalaarra fageesse kaa’uu jiraattoonni magaalichaa haleellaa kanarra hafan himaniiru.
Reeffii lammiilee nagaa garee Juuntaa kanan lubbuun isaanii darbe kabajaan akka awwalamuu taasifameera.
Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaarraa odeeffanne.
No comments:
Post a Comment