Sunday, November 29, 2020

Komishiniin Poolisii Federaalaa namoota "biyya keessaa fi alaa taa'anii miidiyaalee adda addaa fayyadamuun gocha biyya diiguurratti bobba'an jedhe irratti ajaja mana murtii akka irratti baase fi seeraan akka barbaadaman beeksise

Komishiniin Poolisii Federaalaa namoota "biyya keessaa fi alaa taa'anii miidiyaalee adda addaa fayyadamuun gocha biyya diiguurratti bobba'an jedhe irratti ajaja mana murtii akka irratti baase fi seeraan akka barbaadaman beeksise.





Isaanis:
1⃣Prof. Hizqeel Gabbisaa
2⃣Dr Awwal Aloo Qaasiim
3⃣Dr Ittaanaa Haabtee
4⃣Dr Tsaggaayee Araarsaa
5⃣Obbo Daani'eel Birhaanee
6⃣Obbo Fitsuum Birhaanee
7⃣Obbo Aluulaa Solomoon
8⃣Sannaayit Mabraahtu





Dabalataan hoggantoota waraanaa 27 irrattis ajajni mana murtii akka bahe ibsameera. ¤ Maqaa namoota ajaja mana murtii irratti bahe suuraa armaan olirraa tarreeffameera. Maddi: EBC





No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...