Sunday, June 19, 2016

SIRNA AWWAALCHAA GOOTICHA OROMOO-MOGORAA TUUJJOO_RIP

SIRNA AWWAALCHAA GOOTICHA OROMOO-MOGORAA TUUJJOO


Mogoraa Tuujjoo gootota Oromoo kanneen diddaa garbummaa mootummaa nama nyaataa dargii irratti geggeeffamaa ture keessatti kanneen ifaan ifatti waraanaa turanii fi Mootummaa dargii kanneen yaaddessaa turan keessaa isaan tokko dha. Gootichi Mogoraan naannoo jireenya isaatti nama jaalatama qabuu fi nageenya naannoo isaanii keessatti nama adda dureen hirmaatani dha. Bakka isaan jiranitti namni tokko wal lolee bubbuluu hin danda'u; walitti fiduun garee wal dhabdee qaban komii isaanii fuudhuun araara naannoo jireenya isaanii eegaa kan turani dha.

 


Photo Credit: H.Dinqaa

No comments:

Post a Comment

Most Recent

Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced

  Admas Digital Lottery 19th round winning numbers are announced Accordingly the following are winning numbers for Admas Digital Lottery 19t...